OMN-Oromia Media Network Official
5.3K subscribers
About OMN-Oromia Media Network Official
OMN is an independent and nonprofit news enterprise whose mission is to produce original and citizen-driven reporting.
Similar Channels
Swipe to see more
Posts

OMN: Oduu Guyyaa Caamsaa 16, 2025 ~Xalayaa banaa Caffee Oromiyaatiif barreefame ~Ibsa doorsisaa Ministira Fayyaa Itoophiyaa ~Gaafiilee Ogeessota Fayyaa Itoophiyaa 12 https://youtu.be/jHVHsvBt8eQ

OMN Oduu Guyyaa Caamsaa 15, 2025 ~Qajeeltoon namoomaa fi diimookraasii haa tikfamu, KFO ~Rakkoon barsiisotaa rakkoo seektara barnootaa fi biyyaati ~Marii Raashiyaa fi Yukireen, Turkiyeetti https://youtu.be/YFD5TBN_pXE

OMN Oduu Guyyaa Caamsaa 17, 2025 ~Rakkoo Bu’uraalee misoomaa fi bulchiinsa Oromiyaa ~Sanada Biltsiginnaa fi marii ogeeyyii fayyaa ~Karoora Tiraamp fi Hiree Filisxeemotaa ~Raashiyaa fi Yukreen, Putin fi Zeleniskii https://youtu.be/vek_YuIiJGk

OMN: Oduu Guyyaa Caamsaa 16, 2025 ~Xalayaa banaa Caffee Oromiyaatiif barreefame ~Ibsa doorsisaa Ministira Fayyaa Itoophiyaa ~Gaafiilee Ogeessota Fayyaa Itoophiyaa 12 https://youtu.be/jHVHsvBt8eQ

OMN LIVE https://youtube.com/live/JTHzu5MeqqE

OMN: Oduu Galgalaa Caamsaa 16, 2025 ~Xalayaa banaa Caffee Oromiyaatiif barreefame ~Ibsa doorsisaa Ministira Fayyaa Itoophiyaa ~Ogeessoota Fayyaa hidhaman https://youtu.be/IMDgJQPN6SA

የሀሳብ አድማስ ዛሬ ምሽት በኢትዮጵያ ሰአት አቆጣጠር 2:00 ላይ በኑሮ ውድነት እና በመንግስት ሰራተኞች ተቃውሞ እንዲሁም በፌዴራል መንግስት እና በህወሓት መካከል ያለው ፍጥጫ ላይ ያተኮረ በሳል ትንታኔ ይዞ ይቀርባል። እንድትከታተሉን ከወዲሁ እንጋብዛለን የሀሳብ አድማስ በOMN!

OMN Oduu Guyyaa Caamsaa 17, 2025 ~Rakkoo Bu’uraalee misoomaa fi bulchiinsa Oromiyaa ~Sanada Biltsiginnaa fi marii ogeeyyii fayyaa ~Karoora Tiraamp fi Hiree Filisxeemotaa ~Raashiyaa fi Yukreen, Putin fi Zeleniskii https://youtu.be/vek_YuIiJGk

Attam jirtu hordoftoota OMN. Whatsapp kana irra followers 2,000t jira. gaaffii;-Youtube OMN subscribe gootanii? Subscribe gochuun OMN Miliyoonii tokko galchuuf maal hojjataa jirtu? Hiriyoonni keessan, namoonni beektan akka subscribe godhan itti himaa jirtu? Kanneen hin goone taanan ammuma kana subscribe godhaa! network qabdanitti share godhaa! Galatoomaa!!

OMN Oduu Guyyaa Caamsaa 14, 2025 ~Cabiinsa Seektara Barnoota Itoophiyaa ~TPLF fi Boordii filannoo Biyyaaleessaa ~Ahmad Al-Sharaa fi Doonaald Tirmaap https://youtu.be/Du9M62ppt18