
BBC News Afaan Oromoo
February 4, 2025 at 10:19 AM
Godina Gujii Sabbaa Boruutti namoota albuuda qotaa turan irratti lafti jigee namoonni saddeet du'an. Akkamiin mudate?
↪️ https://bbc.in/3CqMWjD
👍
😢
🙏
🇨🇱
😂
😭
12