
Spider Media
February 9, 2025 at 04:33 PM
Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi'eessoo Araddaa Odaa Roobatti Sagantaan Muhaadaraa Eebbaa barattoota maddaa Haraashi fi cufiinsa Majliisaa bakka ulamaa'onni, du'aatonni, ustaazonnifi hawaansi Muslimaa hedduun argamanitti sirna ho'aadhaan gaggeffameera.
© Amar Temam
#spidermedia
❤️
1