BBC News Afaan Oromoo
February 4, 2025 at 07:14 AM
🏥🩺 ''Nama bara meeqa keessatti takka dhalatudha,'' jedhu kanneen isaan waliin guddataniifi dalagan.
Ogeessi beekamaa kuni akkamiin ajjeefaman?
↪️ https://bbc.in/40I5FiD
😢
👍
3