
BBC News Afaan Oromoo
128.9K subscribers
Verified ChannelAbout BBC News Afaan Oromoo
Kun Chaanaalii WhatsApp BBC Afaan Oromooti. Maaloo qajeelfama mateenyaa keenya asii dubbisaa. https://bbc.in/40aMmQ3
Similar Channels
Swipe to see more
Posts

🍑 Paappayaan dhukkuba namarraa ittisuurra darbee dargaggeessa/ dargaggeettii nama fakkeessa jedhu warri itti beekanii fayyadaman. ↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cx7ygdz40l6o?at_campaign=ws_whatsapp

🕷️🕸️ Hanga ammaatti namni sarariitiin ciniinamuun yeroo gabaabaa keessatti lubbuu dhabe daa'ima tokkodha - daqiiqaa 13 keessatti du'e. ↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c787enx0eq4o?at_campaign=ws_whatsapp

Waantota ja'a waa'ee jaalalaafi qarshii beekuu maltan ===== Jaalalleewwan sababa maallaqaan hariiroon isaanii karaa irraa akka hin maqneef maal gochuu qabu?https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cx2ey8r82jwo?at_campaign=ws_whatsapp

🤫 Wantoota kana namatti himuu hin qabdan. ↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c78dmlyxre1o?at_campaign=ws_whatsapp

⚽ Ronaaldoon morkii Yamaal waliin ture injifatee gammachuun hirqinfatee boo'aa ture. Faallaan Laamiin Yamaal akka abdate hin taanef. ↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c1w312q73xeo?at_campaign=ws_whatsapp

Hayyoonniifi ogeessonni Oromoo biyyoota Ameerikaa, Awurooppaa, Austiraaliyaa jiraatan haasaa pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas Af-warqii eenyummaa Oromoorratti xiyyeeffachuun taasisee ture xalayaa banaa waloon barreessaniin cimsanii akka balaaleffatan miidiyaa hawaasaarratti qoodamee ture. Kaniifidha mootummaan Ertiraa kan deebii kenne. Maal jedhe? https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cwyjl7dzz3ko?at_campaign=ws_whatsapp

"Guyyoota muraasa dura dubartoonni shan da'umsaaf gara mana yaalaa ani hojjadhu dhufan. Shanan isaaniituu tokko tokkoonan deessise,'' jetti narsiin kophaashee uummata naannoo ishee kuma 16 wal'aantu. ↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cm2e4g12v9mo?at_campaign=ws_whatsapp

✋ Akkam bultan? "Inaaffaadha kan na kakaase, inaaffaa guddaan qaba,'' jedhu barreessaan kitaabichaa Obbo Naggaa Wadaajoo. ↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cj6r36jzyz2o?at_campaign=ws_whatsapp

BBC: Namni 'Pirezidantiin haa ajjeeffamu' jedhe jiraa? Obbo Musxafee: Hin jiru. Akka fakkeenyattan kaase male. _Dhihaadhaa!_ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cn7zrk1zev8o?at_campaign=ws_whatsapp

Yeroo baayyee bishaan dhugnutti albuudni filooraayid jedhamu ni dabalama. Yeroo garii ammoo bishaanuu uumamaan albuuda kana ni qabaata. Bu'aan albuuda kanaa maali? Miidhaan geessisu jiraa? ↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cjwvq9w6l47o?at_campaign=ws_whatsapp