
BBC News Afaan Oromoo
February 5, 2025 at 06:40 AM
Dhaabbileen hawaasa siivilii Itoophiyaa keessatti argamanii fi kanneen deeggarsa maallaqa Dhaabbata Deeggarsa Misooma Ameerikaa (USAID)n argatan ''hayyama ifaa'' abbaa taayitichaa malee qabeenyaa akka hin gurgurree fi maallaqa akka hin dabarsineef dhorkaman.
👇👇
https://bbc.in/4hqktJS