BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

128.9K subscribers

Verified Channel
BBC News Afaan Oromoo
BBC News Afaan Oromoo
February 5, 2025 at 07:05 AM
Tiraamp Afrikaa Kibbaarra qoqqobbii akka kaa'u beeksisuu hordofee pirezidaantiin Afrikaa Kibbaa Siiril Raamafoosan dureessa addunyaa kan ta'e Elon Maaskitti bilbiluun Tiraamp akka irraa tasgabbeessu gaafatan. Elon Maaski Afrikaa Kibbaatti dhalate. Waan mudate kunooti 👇👇 https://bbc.in/40I01gt

Comments