
BBC News Afaan Oromoo
February 5, 2025 at 07:53 AM
Maqaan isaanii Jamaal Abdulqaadir jedhama. Abbaa ijoollee jahaa yoo ta'an, Arsii Lixaa Adaabbaatti ALI bara 1960tti dhalatan.
Obbo Jamaal ijji isaanii lamaanu daa'immummaa irraa kaasee hin argu. Akkamiin Qur'aana hanga PhD baratan?
👇👇 https://bbc.in/4jNrNAM
❤️
🖕
4