BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

128.9K subscribers

Verified Channel
BBC News Afaan Oromoo
BBC News Afaan Oromoo
February 5, 2025 at 05:42 PM
Pirezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp dhimma Filisxeemota Gaazaa irratti yaadni kennan hoogganoota addunyaa dubbachiisaa jira. Chaayinaafi Raashiyaa, UK fi Faransaay, warri dhiyoo fi warri fagoo maal jedhan? https://bbc.in/3WOiWVz
👍 2

Comments