
BBC News Afaan Oromoo
February 6, 2025 at 03:19 PM
Obbo Yohaannis Buwaayaaleew, Kirsitiyaan Taaddeleefi kan biroo 14 har'a mana murtii dhiyaataniiru.
Yakka ittiin shakkaman waakkatanii sababa hidhaa jiraniif mana murtiitti himaniiru.
👉🏽👉🏽 https://bbc.in/3WOF0j9
👍
🙏
6