
VOA Afaan Oromoo
January 20, 2025 at 12:05 PM
*Deeggartoonni Pirezidaantii Filataman Doonaald Tiraamp Dilbata, Amajjii 19 kaleessaa, Waashingitan Diisii keessatti, sirna hirbuu seenuu Wiixata harraa geggeeffamu dura gamachuu ofii oggaa ibsatan. https://www.facebook.com/share/p/18ioNvwRYE/
Lammiileen Ameerikaa miliyoonaan lakkaawwaman yeroo namni umuriin 78 Tiraamp gara angoo dhufaa jiran kanatti sirna hirbuu seenuu guyyaa harraa geggeeffamu televiziyoonan hordofu jedhameet eeggama.
🙏
1