VOA Afaan Oromoo

VOA Afaan Oromoo

9.8K subscribers

Verified Channel
VOA Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
January 20, 2025 at 12:35 PM
Pirezdaantiin Filataman Doonaald Tiraamp Wiixata har’a sirna hirbuu seenuu Waashingitan keessatti gaggeessaniin gara pirezidaantummaa Yunaaytid Isteetisti deebi’u. Kunis bara 1890mootaa as pirezidaantii jalqabaa marsaa walitti aansuun hin taaneeen tajaajilan isa jalqabaa isaan taasisa. https://www.voaafaanoromoo.com/a/tiraamp-pirezidaantummaa-yunaaytid-isteets-harra-qabachuuf-jiru-/7943093.html
👍 😮 3

Comments