VOA Afaan Oromoo

VOA Afaan Oromoo

9.8K subscribers

Verified Channel
VOA Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
January 20, 2025 at 07:50 PM
Doonaald Tiraamp yeroo 2ffaaf Pirezidaantii Ameerikaa 47ffaa ta’uun kakatanii, barcuuma waggoota afur dura Joo Baayiden harkaa fudhanti deebi’aniiru. Doonaald Tiraamp akka lakkoodsa waashingitanti walakeessaa guyyaa irratti kakatanii aangoo qabatan.Kanas Abbaa Murtii Olaanaa Mana Murtii Waliigalaa Yunaayitid Isteetis Joon Roobartistu kakachiise. https://www.voaafaanoromoo.com/a/oonaald-tiraamp-irbuu-seenuun-aangoo-prezidaantummaa-fudhatan/7943691.html
👍 ❤️ 3

Comments