VOA Afaan Oromoo

VOA Afaan Oromoo

9.8K subscribers

Verified Channel
VOA Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
January 23, 2025 at 02:34 PM
Trump Itti Gaafatamaa Dhaaba USAGM Kaadhiman https://www.voaafaanoromoo.com/a/trump-itti-gaafatamaa-dhaaba-usagm-kaadhiman/7947474.html Pireezidaant Doonaald Tiraamp rogeessaa fi barreessaa safuutti cichu Brent Boozel hoogganaa USAGM jechuun dhaabbata Sabaa Himaa Addunyaa kan Yunaayitid Isteetis, kan VOA dabalatee ejensiiwwan sabaa himaa mootummaa Yunaaytid Isteetisiin maallaqaan deggeramaniif itti gaafatamaa akka tahan muudanii jiru. Waggaa 38f Hundeessaa fi Pirezidaantii Giddugala Qorannoo Miidiyaa ta’uun akka nama tajaajiletti, haala Miidiyaa maxxansaa, televijiinii fi ka toora interneetii, Brent caalaa kanneen hubatan xiqqooda jechuun, Tiraamp waltajjii miidiyaa Hawaasaa kan ofii “Truth” irratti Roobii galgala maxxansanii jiran. https://whatsapp.com/channel/0029VaZk4OIGJP8KqEUFvJ3x

Comments