VOA Afaan Oromoo

VOA Afaan Oromoo

9.8K subscribers

Verified Channel
VOA Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
January 30, 2025 at 01:33 PM
Xaayyaarri Imaaltootaa fi Helikoopterri Waraanaa Naannoo Waashingitanitti Walitti Bu’uun Balaa Uumameen Namoonni Du’uu Hin Oolle https://www.facebook.com/reel/630675072990211 Washingitan Diisiitti kan argamu buufata xiyyaara Roonaald Reeganitti qubachuuf ennaa dhiyaatee jirutti Jeettiin Imaltootaa hilikooptera waraanaan walitti bu’uu isaan namoonni kurnatti laka’aman du’uu malu jedhamee sodaatamaa jira. Yanalaawwanii fi kanneen bishaan daakan dabalatee hojjettoonni yeroo hatattamaa buufata xiyyaarichaa cina kan jiru laga Potomaak kan bishaanni isaa qabbanaa’aa ta’e keessa seenuu dhaan erga balaan sun Roobii galgala naannoo sa’aatii 9 dhaqqabee kaasee halkan guutuu hojii hojii irra turan. https://whatsapp.com/channel/0029VaZk4OIGJP8KqEUFvJ3x
🙏 1

Comments