VOA Afaan Oromoo
February 6, 2025 at 03:57 PM
Naannoo Daangaa Yunaayitid Isteetis Tiksan Loltoota Waardiyyaa Biyyaalessaa Kuma Kudhan Bobbaafte https://www.voaafaanoromoo.com/a/meksiikoon-daangaa-loltoota-waardiyyaa-biyyaalessaa-kuma-kudhan-bobbaafteirratti-/7965242.html Eegdonni biyyaaleessaa Meeksiikoo kan fuula isaaniitti maaskii ykn haguuggii godhataniiran, kanneen meeshaa waraanaa hidhataniiran lafa daangaa Yuunaayitid Isteetisii fi Meeksiikoo gama Siyudaad Juwaareziin hiriiraanii, kaan isaanii boolla da’annoo keessaa riqicha fayyadamuun yommuu ba’an Roobii kaleessaa mul’ataniiru. https://whatsapp.com/channel/0029VaZk4OIGJP8KqEUFvJ3x
👍
2