
VOA Afaan Oromoo
February 6, 2025 at 06:05 PM
Dhandhama Oduu https://www.facebook.com/reel/641828835458905 Dhaabbanni Mootumoota Gamtoomaanii dhibee HIV irratti hojjatuu UNAIDS gargaarsii dhaabataa gargaarsaa fi misoomaa Adduunyaa kan USAID irraa argatu dhaabachuun isaa Ityoophiyaa keessatti gargaarsaa namoottan Vaayiresii AIDSi wajjin jiraatan kuma 503 ta'aniif taasifamu akka gaafii keesaa galchee ibsee jira. Ministeerii Dhimma Alaa Mootumma Yunaaytid Isteets gargaarsii dhaabbatee kan HIVAIDS ilaallatu akka hin taanee beeksisee jira. https://whatsapp.com/channel/0029VaZk4OIGJP8KqEUFvJ3x