VOA Afaan Oromoo

VOA Afaan Oromoo

9.8K subscribers

Verified Channel
VOA Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
February 7, 2025 at 02:02 PM
Eegdonni biyyaaleessaa Meeksiikoo kumni 1o daangaa Yuunaayitid Isteetis akka tikisan biyyoonni lamaan waliigaluun booda loltoonni Meeksikoo gara daangaa imaluu jalqabaniiru.  Kunis Pireezidaantiin Yuunaayitid Isteetisi Meeksiikoo irratti qaraxa dabaluuf erga sodaachiiseen booda kan Meeksiikoon loltoota ishii daangaa irratti bobbaasuuf walii galtedhas jedhameera. https://www.facebook.com/reel/1114498820411949
❤️ 👍 2

Comments