VOA Afaan Oromoo

VOA Afaan Oromoo

9.8K subscribers

Verified Channel
VOA Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
February 7, 2025 at 07:32 PM
Diriim - Giddu-gala Leenjii Gaazzexeessummaa fi Miidiyaa https://www.voaafaanoromoo.com/a/7966945.html Giddu-galli leenjii ogummaa gaazexxessummaa “Diriim” jedhamu Finfinee keessatti namoota fedha gaazzexeessummaa qabaniif leenjii gabaabaa kennaa jira. Leenjichi ogummaa gaazzexeesummaa argachuuf carraa guddaa nuuf uumee jira, jdhu leenjifamtoonni giddu gala Dream jedhamu kanaa. Hundeessan dhaabbatichaa Lalisaa Alamuu leenjiiffamtoonni kunneen namoota gosa hojii fi barnoota adda addaa kanneen achi deeman tahuu dubbatu. https://whatsapp.com/channel/0029VaZk4OIGJP8KqEUFvJ3x
👍 ❤️ 🤝 6

Comments