VOA Afaan Oromoo
February 10, 2025 at 07:11 PM
Ayyaanni Waggaa Haaraa Aadaa Saba Geeda’o Daraaroo Kaleessa Diillaatti Ayyaaneffame https://www.voaafaanoromoo.com/a/7969679.html Naannoo Kibba Itiyoopiyaa keessaa ayyaanni galataaa Saba Geedi’oo ayyaana wagga haaraa “Daraaroo” jedhamu kaleessa magaalaa Diillaa Keessatti kabajamee jira. Godina Geedi’oo Odaa “Yaa’aa” kaasee baatii tokkoof kan kabajamu xumura ayyaana Daraaroo kana irratti argamuudhaan gabaasan Sagalee Ameerikaa Yoonaatan Zebidiwoos Diillaa qophii qindeesse, Tujubee tu dhiheessa. Naannoo Kibba Itiyoopiyaa keessaa ayyaanni galataaa Saba Geedi’oo ayyaana wagga haaraa “Daraaroo” jedhamu kaleessa magaalaa Diillaa Keessatti kabajamee jira. Godina Geedi’oo Odaa “Yaa’aa” kaasee baatii tokkoof kan kabajamu xumura ayyaana Daraaroo kana irratti argamuudhaan gabaasan Sagalee Ameerikaa Yoonaatan Zebidiwoos Diillaa qophii qindeesse, Tujubee tu dhiheessa. https://whatsapp.com/channel/0029VaZk4OIGJP8KqEUFvJ3x
❤️
👍
2