VOA Afaan Oromoo
February 11, 2025 at 04:01 PM
Ministirri Ittisaa Yunaaytid Isteets Piit Hegset angoo erga qabatanii imala isaanii gara biyya alaa duraatiin Wiixata kaleessaa gara Awrooppaa qajeelan. Hoggantoonni ministira ittisaa Yunaaytid isteets akka jedhanitti Hegset biiyyoonni Awrooppaa michuu Yunaaytid isteets ta’an baasii ittisaa akka dabalan akkasumas waraana Raashiyaa fi Yukireen laalchisee hojiin diplomaasii xumura akka argatu an Pirezdaant Doonaald Tiraamp gaafatan irratti hoggantoota dubbisu jedhameet eeggama.. Dawwanna isaanii kanaanis Hegset Garman ,Poortlaand fi Beeljiyem akka deeman ibsamera. https://www.facebook.com/reel/9565721173447168