VOA Afaan Oromoo

VOA Afaan Oromoo

9.8K subscribers

Verified Channel
VOA Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
February 11, 2025 at 07:34 PM
Balaan Konkolaataatiin Namoonni 43 Wallaga Bahaa, Gudayyaa Biilaatti Lubbuu Dhaban https://www.facebook.com/share/v/15aC5o9Q1j/ Naannoo Oromiyaa godina Walagga bahaa aanaa Gudayyaa biilaa bakka Ifa biyyaa jedhamu keessatti guyyaa har’aa ganama naannoo sa’a lamaa balaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 43 daruu fi kanneen 42 ta’an miidhaan cimaa fi salphaan irra ga’uu bulchaan aanaa Gudayyaa Biilaa ibsaniiru. Balaan sun kan dhaqqabe Atoobisiin Horro Guduruu Wallaggaa Shaambu irraa gara Finfinneetti imalaa ture fireeniin isaa citee garagaluun ga’uu ibsaniiru.
👍 😢 😂 😭 10

Comments