S. DEREJE MIESO
S. DEREJE MIESO
February 16, 2025 at 07:17 PM
𝑿𝑨𝑳𝑨𝒀𝑨𝑨 𝑱𝑨𝑨𝑳𝑨𝑳𝑨𝑨 “Giiftii heerumte tokkoof bilbileen ture qarshiin irraa liqii qaba, garuu bilbila koo hin hin kaastu. Dachaa 10 caalaa bilbile, ammallee deebii hin arganne. Abbaan manaa ishee mana akka hin jirre waanan beekuuf ergaa kana isheef erguuf murteesse: "Akkam jirtu Sisy, ani qarshiif siif bilbilaa hin jiru.Har'a magaalaa keessatti shamarran 2 abbaa warraa kee irratti akka wal lolan qofa sitti himuun barbaade, Waldhabdee guddaa ture inni immoo achi qofa dhaabbatee ilaalaa ture,Intalli isheen tokko miliquun dhuftee konkolaataa isaa keessa waliin seenanii sokkan. Daqiiqaa muraasa booda naaf bilbilte garuu anis isheen tuffadhe. Isheen bilbiluu itti fufte bilbila ishee irraa hin kaasne si'a 21 erga bilbiltee booda ergaa akkas jedhu ergite; "Lolli eessa ture?" Eessa deeman? Shamarran sana Hubatteettaa? Mee natti himi,ani kufaan jira." Dubbiseen dhiise, deebii hin kennine. Ammas bilbilte, yeroo 5 anis hin deebisne, sana booda ergaa biraa ishee irraa naaf ergame: "Maallaqa kee qabeen jira maaloo wal arguu dandeenyaa? kanaaf caalaatti natti himtaa". Sana booda nan deebiseef, "Tole, karaa Mobile Money Ergi akkan boba'aa guuttadhee yeroon darbuu dhufeen si fuudhee gara mana intalan inni waliin deemeen si geessaati ittin jedhe. Daqiiqaa 2 booda,haftee herrega koon ilaale, maallaqni koo guutummaatti kaffalameera. Sana booda bilbila koo cufadhee akka daa'imaattin rafe... Diinagdee irratti haala kanaan haxxee (Abshaala) ta'uu qabda.” Robert Mugabetu jedhe!. 👁 Via: sagalee wareegamtoota wangeela 📖 Barruulee dinqisiisoo fi milkaa'ina jireenyaaf ta'u hedduu argachuuf hidhaawwan armaan gadii fayyadamaa! 🙏 🔗 http://t.me/derejemieso 🔗 https://www.facebook.com/profile.php?id=100064800582708 🔗 https://www.youtube.com/@derejemieso 🔗 http://tiktok.com/@derejemieso 🔗 https://whatsapp.com/channel/0029VamJ4upJuyA3biNtJn0O 🔗 https://www.instagram.com/derejemieso?igsh=MTB0bng5b3ZueHVxaw== EEBBIFAMAA! ❤️
Image from S. DEREJE MIESO: 𝑿𝑨𝑳𝑨𝒀𝑨𝑨 𝑱𝑨𝑨𝑳𝑨𝑳𝑨𝑨  “Giiftii heerumte tokkoof bilbileen t...

Comments