S. DEREJE MIESO
S. DEREJE MIESO
February 16, 2025 at 07:57 PM
🫂 ANATTI YOO FIROOMTE FIRA MILKAA'INAA TAATA! 👬 MIILTOO JIREENYAA KEE YEMMUU ANA TAASIFATTU:- 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ✅ Abdii keef cimina waaraa qabaatta. ✅ Qajeelfamoota jireenyaa si barsiisa. ✅ Sammuu kee muukuu oolcha. ✅ Yemmuu sodaattu si onnachiisa. ✅ Sammuu keef si'oomina si gonfachiisa. ✅ Mul'ata keef kaka'uumsa sitti hora. ✅ Kaayyoo keef si humneessa. ✅ Sodaa egeree kee si dagachiisa. ✅ Eenyummaa keef dhugaa jiru argatta. ✅ Addunyaa fi Eenyummaa sobaa keessaa si baasa. ✅ Fageessitee argita, fagaattee deemta. ✅ Baay'ee dhaggeeffatta, muraasa dubbatta. ✅ Hoogganaa cimaa jireenya keetii taata. ✅ Jiraattee, awwaala dabartee akka jiraattu si taasisa. ✅ Namoota keessa baduu si oolcha. ✅ Guddummaa sammuu kee si hubachiisa. ✅ Jireenya keef gammachuu argatta. ✅ Gaabbii jireenyaa injifatta ✅ Rakkinoota keef obsa horatta. ✅ Addunyaa milkaa'inaa si abuursisa. ✅ Gaggeessaa fi abbaa Mul'ataa taata. ✅ Nama furmaataa taata. ANA DUBBISI, ANIS SIN DUBBISAA! 📚 KITAABATU JEDHE 🔗 t.me/derejemieso EEBBIFAMAA! ❤️
Image from S. DEREJE MIESO: 🫂 ANATTI YOO FIROOMTE FIRA MILKAA'INAA TAATA!   👬  MIILTOO JIREENYAA...

Comments