
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo!
February 5, 2025 at 03:44 PM
Dhaabbilee waldaalee siivikii kuma 5 ol miseensa tahanii fi pirezedaantii mana marichaa kan ta’an Ahmed Huseen akka jedhanitti murteen guyyoota 90f USAID irratti murtaa’e kun akka tasaa murteen sun darbuun miidhaan isaa guddaa ykn hamaa tahuu himan
Akka Pirezidaantichi jedhanitti murteen kun hojiiwwan nagaa, fayyaa, hawaasummaa, fi kanneen biroo dhaabbileen lammummaa hedduun hojjechaa turan fi hojjechuuf karoorfatan gufachiiseera.
https://sagaleeqeerroo.com/manni-maree-dhaabbilee-hawaasa-siivilii-itiyoophiyaa-dhimma-usaid-irratti-mootummaan-deeggarsa-dippilomaasii-akka-godhu-waamicha-dhiyeesse