Qubee TV
Qubee TV
February 6, 2025 at 08:28 AM
Waldaan Intarpireeneroota shaggar hundeeffama isaa waggaa 5ffaa Finfinneetti kabajaa jira. Qubee TV (Gurraandhala 6, 2025) Finfinnee! Waldaan Intarpireeneroota shaggar hundeeffama isaa waggaa 5ffaa kaleessa irraa kaasee kabajaa jiruu guyyaa 2ffaa isaa har’aan pireezidaantiin MNO obbo Shimallis Abdiisaafi angawoonni biroon argamuun daawwannaa kalaqoota taasisaniiru. Pirezidaant Shimallis kalaqoota waldaan shaggar deeggare gahoomsees daawwatan. Waldaan interpireneroota shaggar leenjii interpirenerummaa kuma 200 ol kennuufi qabeenyi birrii Biliyoona 17.8 akka horatamu gochuunis ibsame. Waldichi waggoota shan keessatti jalqabdoota hojii haaraa kuma 16 ol akka hojiitti galchees himame.

Comments