Spider Media
Spider Media
February 8, 2025 at 02:13 PM
#oduu_ammee Ijaarsi Giddu-gala Islaamaa Mootii Najaashii guyyaa boruu Guraandhala 2/2017 ganama sa'atii 4:00'tti ifatti akka eegalu manni maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa beeksise. Sirna eegalchiisa ijaarsa Giddugala Islaamaa Mootii Najaashii naannawaa Bulgaariyaatti kan argamu Galma walgahii Gamtaa Afriikaa cinaatti kan ijaaramu kanaatiif bor taasifamu kana irratti hooggantoonni olaanoon Majlisaa, ulamaa'onnifi du'aatonni akkasuamas keessumoonni garaa garaa kan argaman ta'uu Spider Media n Majlisa Federaalaa irraa odeeffate. © Amar Temam #spidermedia

Comments