Spider Media
Spider Media
February 8, 2025 at 02:28 PM
Perezidaantiin Sooriyaa #ahmad_al_shara jila mootummaa Aljeeriyaa Ministeera Dhimma Alaa biyyattii Ahmad Axaafiin duurfamu waajira isaaniitti simatan. Qondaalonni kunneen hariiroo biyyoota lamaaniifi dhimmoota hojii waloo isaanii irratti kan mari'atanu ta'uu Dhaabbata Oduu #syria irraa odeeffanne. © Amar Temam #spidermedia

Comments