Spider Media
Spider Media
February 9, 2025 at 11:00 AM
#arsii Godina Arsii Lixaa Magaalaa Kofaleetti ijaarsa masjiida Anuwar sababeeffachuun sagantaan da'awaa guddaan qophaa'e har'a geggeeffamaa jira. Hooggantoonni Majlisaa, magaalaa Finfinnee dabalatee bakkoota garaa garaa irraa keessumoonni affeerraan taasifameef, ustaazonni akkasuamas hawaasni muslimaa hedduun sagantaa kana irratti argamaniiru. © Amar Temam #spidermedia

Comments