Spider Media
Spider Media
February 9, 2025 at 12:47 PM
#affar Naannoo Affaar Aanaa Ada'aritti guyyaa har'aa Haafizoonni Qur'aanaa 60 ol eebbifamaniiru. Spider Media : Shaabaan 10, 1446 AH Haafizoonni eebbifaman kunneen 45 dhiirota yoo ta'an 16 ammoo duabrtoota. Sagantaa eebbaa kana irratti ulamaa'oonni, du'aatonni ustaazonniifi hawaasni muslimaa hedduun argamaniiru. © Amar Temam #spidermedia

Comments