Spider Media
Spider Media
February 9, 2025 at 01:41 PM
#shaashamannee Magaalaa Shaashamannee kan buufate Giddu-galli Hifzii Qur'aanaa fi Tarbiyaa Nahl barattoota simatee sagantaa garaa garaatiin leenjisaa ture Haafizoota 30 ol guyyaa har'aa sirna ho'aadhaan eebbisiiseera. Haafizoota kanneen keessaa 12 shamarrani. Sagantaa eebbaa Haafizoota kana irratti ulamaa'oonni, du'aatonni, ustaazonniifi keessummoonni garaa garaa akkasuamas hawaasni muslimaa hedduun argamaniiru. © Amar Temam #spidermedia

Comments