
Spider Media
February 10, 2025 at 04:10 PM
Allaahu Akbar
Indooneezhiyaan 🇮🇩 Gaz💔*zaa 🇵🇸 keessatti Masjiidota 100 ijaaruuf ta'uu beeksiste.
Masjiidota kanneen keessaa ammoo hedduun isaanii Ijaarsi isaanii xumuramuun baatii kabajamaa Ramadaanaa kana akka tajaajilaaf qaqqaban cimseen hojjadha jette.
Mana Maree Masjiida Indooneezhiyaa wabeeffachuun gabaasa kana kan baase Middle East M*nitor baatiiwwan 15 war*aa*naa daraban keessaa Gaz*-za keessaa masjiidonn 1000 ol I-zr'eliin diigamaniiru.
Indooneezhiyaan Masjiidotaan dabalataatti hospitaalotaafi manneen barnootaa dabalatee hojiilee bu'uuraalee misoomaa garaa garaa akka hojjattuufi yoomillee hawaasa 🇵🇸 waliin akka dhaabbattu irra deebiin waadaa seenuu gabaasichi ni eera.
© Amar Temam
#spidermedia
👍
1