Ethiopian Embassy In Djibouti - የኢትዮጵያ ኤምባሲ ጅቡቲ
Ethiopian Embassy In Djibouti - የኢትዮጵያ ኤምባሲ ጅቡቲ
February 16, 2025 at 01:51 PM
*ማሳሰቢያ* በትላንትናው ዕለት አንድ ኢትዮጵያዊ አቬዩኒው ትሬዝ ትብሎ በሚታወቅ አካባቢ በሌላ ኢትዮጵያዊ ተወግቶ ሕይወቱ ማላፉን መረጃ ደርሶናል። በሁለቱ መካከል የቆዬ ቂም እንደነበረና በአንዳንድ ግለሰቦች ሁለቱን ለማስታረቅ/ለማቀራረብ ጥረት ተደርጎ የነበረ ቢሆንም፣ ሳይሳካ በመቅረቱ ለሰው ሕይወት መጥፋት ምክንያት ሆኗል። የተፈፀመው ድርጊት እጅግ የሚያሳፍር፣ በጅቡቲ የሚኖሩ ዜጎቻችንን ስም የሚያጠለሽ አልፎም የሀገርን ገጽታ የሚያበላሽ በሰው ሀገር ላይ የተፈፀመ ወንጀል ነው። ከወንጀሉ ጋር ተያይዞ ከወንጀለኛው ጋር የነበረ ግለሰብ በቁጥጥር ስር ውሎ ምርመራ የተጀመረ ቢሆንም፣ የድርጊቱ ፈፃሚ ግለሰብ ግን በቁጥጥር ስር አልዋለም። በመሆኑም የጅቡቲ ፀጥታ አስከባሪ አካላት ከወትሮ በተለየ ሁኔታ በአካባቢው ዘመቻ ሊያደረጉ ስለሚችሉ በአካባቢው የምትገኙ ንፁኃን ዜጎቻችን (ለፍተው ጥረው ሕወይታቸውን የሚመሩ ዜጎቻችን) ጥንቃቄ እንድታደርጉ እናሳስባለን። ሚሲዮኑ አጋጣሚውን በመጠቀም ዜጎቻችን ከህገወጥ ድርጊት እራሳቸውን እንዲቆጥቡ እንዲሁም ወንጀለኞችን አሳልፎ የመሰጠት ባህል እንዲለመድ ጥሪ እያስተላለፈ፣ ለሟች ቤተሰቦች መፅናናትን ይመኛል። *Huubachiisa,* Kaleessa naannoo Aveenuu Tireez jedhamuun beekamutti lammiin Itiyoophiyaa tokko lammii Itoophiyaa biraatiin waraanamee akka ajjeefame odeeffannoo arganneerra. Namoota kana Lamaan jidduu yeroo dheeraaf wal dhabeen akka turee fi namoota dhuunfaa tokko tokkoon walitti araarsuuf/walitti dhiheessuuf tattaaffiin godhamus fashalaa’ee lubbuun namaa baduun barameera. Gochi raawwatame kun hedduu nama qaanessa, maqaa lammiilee keenya Jibuutii keessa jiraatan kan xureessuu fi yakka biyya ormaa keessa irratti ta’uun immo hunda caala uumata addunya duuratii maqa biyyaa kan xuureesudha. Yakka kanaan wal qabatee namni yakkamaa waliin ture to'annoo jala ooluun qorannoon eegalamu iyyuu, garuu namni gocha kana raawwate hin to'atamne. Kanaaf lammiileen keenya qulqulluu naannoo sana jirtan (warri jireenya keessan fooyyeefachuuf yaalii goocha jiraatan) humnoonni nageenyaa Jibuutii naannoo sanatti hojii nageenyaa uumata eegsisu fi qooranno gaggeessuu waan danda'anii of eeggannoo akka gootan issiiniif dhaamna. Gamma biirattin Iimbaasiin keenya lammiileen keenya hojii seeraan alaa irraa akka of quusatani fi yakkamtoota akka dabarsiitanii eertaan waamicha issiiniif dhiyeessaa, maatii gadda irra ga’eef jajjabina hawwiina.
👍 2

Comments