
OMN-Oromia Media Network Official
May 15, 2025 at 04:43 AM
Attam jirtu hordoftoota OMN.
Whatsapp kana irra followers 2,000t jira.
gaaffii;-Youtube OMN subscribe gootanii? Subscribe gochuun OMN Miliyoonii tokko galchuuf maal hojjataa jirtu? Hiriyoonni keessan, namoonni beektan akka subscribe godhan itti himaa jirtu?
Kanneen hin goone taanan ammuma kana subscribe godhaa! network qabdanitti share godhaa!
Galatoomaa!!
❤
❤️
4