
BBC News Afaan Oromoo
June 9, 2025 at 04:59 AM
Yeroo baayyee bishaan dhugnutti albuudni filooraayid jedhamu ni dabalama. Yeroo garii ammoo bishaanuu uumamaan albuuda kana ni qabaata.
Bu'aan albuuda kanaa maali? Miidhaan geessisu jiraa?
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cjwvq9w6l47o?at_campaign=ws_whatsapp