
BBC News Afaan Oromoo
June 9, 2025 at 02:05 PM
Hayyoonniifi ogeessonni Oromoo biyyoota Ameerikaa, Awurooppaa, Austiraaliyaa jiraatan haasaa pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas Af-warqii eenyummaa Oromoorratti xiyyeeffachuun taasisee ture xalayaa banaa waloon barreessaniin cimsanii akka balaaleffatan miidiyaa hawaasaarratti qoodamee ture.
Kaniifidha mootummaan Ertiraa kan deebii kenne.
Maal jedhe? https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cwyjl7dzz3ko?at_campaign=ws_whatsapp
❤️
👍
😂
3