
BBC News Afaan Oromoo
June 10, 2025 at 06:02 AM
"Guyyoota muraasa dura dubartoonni shan da'umsaaf gara mana yaalaa ani hojjadhu dhufan. Shanan isaaniituu tokko tokkoonan deessise,'' jetti narsiin kophaashee uummata naannoo ishee kuma 16 wal'aantu.
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cm2e4g12v9mo?at_campaign=ws_whatsapp