
BBC News Afaan Oromoo
June 10, 2025 at 09:49 AM
🇪🇹 Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa Atileet Galatee Burqaa bira dhaabbanna jechuun beeksise.
Angawooti ibsa ganama laataniin, waa'ee rakkoo ishee qunname akka beekaniifi "hamma dubbattee ol dhabde" jedhan.
↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cql2w07rxd6o?at_campaign=ws_whatsapp
👍
4