
BBC News Afaan Oromoo
June 12, 2025 at 10:20 AM
Kana dhageessanii? 🤔🤔Gosi vaayirasii maaree jaldeessaa (mpox) Itoophiyaatti argame ''balaafamaa fi lubbuu hedduu galaafachuun kan beekamu,'' akkasumas ''saffisaan kan tamsa'u'' ta'uu Ministeerri Fayyaa fi Inistitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itoophiyaa ibsan.
Vaayirasiin ''Clade 1b'' jedhamu kun maali?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cewdej4l7geo?at_campaign=ws_whatsapp