Qubee TV
Qubee TV
May 16, 2025 at 02:32 PM
Teeknooloojiin guddina Itoophiyaa hunda haammateef qooda murteessaa qaba jedhan Pirezidaanti Taayyee Atsqa Sillaaseen Qubee TV ( Caamsaa 16, 2025) Finfinnee! Teeknooloojiin guddina Itoophiyaa hunda haammateef qooda murteessaa qabaachuu Pirezidaanti Taayyee Atsqa Sillaasee himan. Pirezidaant Taayyee Atsqa Sillaasee akka jedhanitti, Eksipoo Teeknooloojii Itoophiyaa ETEX-2025, agarsiisa qofa osoo hin taane Itoophiyaan gara fuulduraatti maal gochuu akka barbaaddu kan agarsiisudha jedhan. Eksipoon Teeknooloojii Itoophiyaa Afrikaa Bahaatti kan jalqabaa ta’e ETEX-2025, Giddugala Konveenshinii Idil-Addunyaa Addis keessatti guyyoota 3f geggeefamuu eegalame. #oromiyaa #itoophiyaa Marsaalee Hawaasaa keenya kan biroon nu hordofuuf, geessituu armaan gadii fayyadamaa. www.qubeetv.net Youtube : https://www.youtube.com/@Qubeetv2023 TikTok: https://www.tiktok.com/@qubee_tv?_t=ZM-8vmQ1gWJaKr&_r=1 Facebook: Qubee TV Telegram : https://t.me/Qubeetv WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaEkxgaEawdqJRAax420
Image from Qubee TV: Teeknooloojiin guddina Itoophiyaa hunda haammateef qooda murteessaa qa...

Comments