
Qubee TV
June 1, 2025 at 03:12 AM
PSGn yeroo jalqabaaf waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifate.
Qubee TV ( Waxabajjii 1, 2025) Finfinnee!
Tapha xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa halkan edaa Istaadiyeemii Aliiyaanzi Areenaatti taphatameen PSG'n galchii 5fi 0'n Intermiilaan injifate.
PSG'n yeroo jalqabaaf waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifate.
Lafti seenaa Muunik bakka kilaboonni goonfoo jalqabaa itti goonfootan ta'uun seenaa galmeessuu itti fufe.
