Qubee TV
Qubee TV
June 12, 2025 at 01:54 PM
Xiyyaarri Hindii imaltoota 242 fe’ee imalaa ture kufe Qubee TV ( Waxabajjii 12, 2025) Finfinnee! Xiyyaarri Hindii Ahimadaabaad irraa imaltoota 242 fe’ee gara Landanitti imalaa ture kufuun gabaafame. Xiyyaarri Booyiing 787- 8 Hindii buufata xiyyaaraa Ahimadaabaad irraa akkuma ka’een kufuu BBC'n gabaase. Imaltoota xiyyaarichaan imaalaa turan keessaa 169 lammiilee Hindii, 53 lammiilee Ingiliz, 7 lammiilee Poorchugaal, 1 lammii Kaanaadaafi lammiileen biyyoota biroos akka turan ibsame. Miidhaa balichaan qaqqabe ilaalchisee odeeffannoon dabalataa hanga ammaatti hin ibsamne. #oromiyaa #itoophiyaa Marsaalee Hawaasaa keenya kan biroon nu hordofuuf, geessituu armaan gadii fayyadamaa. www.qubeetv.net Youtube : https://www.youtube.com/@Qubeetv2023 TikTok: https://www.tiktok.com/@qubee_tv?_t=ZM-8vmQ1gWJaKr&_r=1 Facebook: Qubee TV Telegram : https://t.me/Qubeetv WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaEkxgaEawdqJRAax420
Image from Qubee TV: Xiyyaarri Hindii imaltoota 242 fe’ee imalaa ture kufe   Qubee TV ( Wax...

Comments