Spider Media
Spider Media
May 29, 2025 at 06:55 PM
#oduu_ammee IZr*el karoora war*aana dhaabuu Perezidaantii Ameerikaa Doonaald Tiraampiin dhihaateef raggaasisuu Waayit Haawus Kamisa har'aa beeksiseera. Baha Giddu Galeessaatti ergamaan addaa Tiraamp Istiiv Wiitkoof Perezidaantichi yaada dhuk*aasa dhaabuu H*msiif 🇵🇸 dhiyeessaniifi Izr*aa'elis yaadicha akka deeggarte mirkaneessineerra jedha ibsi Waayit Haawus kun. “Mariin sun dhukaasa dhaabuu gaggeffamaa jiru itti fufeera,, Gaz*-zaatti dhu*kaasni akka dhaabbatu abdii qabna'' jedhe. © #amar_temam #spidermedia

Comments