Spider Media
Spider Media
June 10, 2025 at 11:58 AM
Innaa lillaahi wa'innaa ilayhii raaji'uun Aalamni guddichi Sheyik Jibriil Muhaammad gama aakhiraa godaanan Waggoottan 50'f ilmii Islaamaa barsiisaa kan turaniifi Naannoo Beenishaangul Gumiz Godina Matakkalii hariimaa guddaa qabaniin, Qur'aana dhalootaafi biyyaaf qaqqabsiisaa kan turan aalimni guddaan Sheyik Jibriil Muhaammad Xalahaa guyyaa har'aa gama fuula Rabbii adeemaniiru. Rabbiin quubsuma isaanii Jannata haa godhuuf. © #amartemam #spidermedia

Comments