Spider Media
Spider Media
June 12, 2025 at 08:56 AM
Manni Marechaa muudama hoggantoota Boordii Filannoo Biyyaalessaa raggaasise Spider Media : Zul-Hijjah 15/1446 Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 36ffaa gaggeessaa jiruun muudama hoggantoota Boordii Filannoo Biyyaalessaa raggaasiseera. Manni marichaa obbo Tasfaayee Niwaayiin Walitti qabaa Itti aanaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa taasisuun muudeera. Dabalataanis obbo Takliit Yimsaliifi Aadde Nasiim Alii miseensota hoggansa hojii Boordichaa taasisuun moggaaseera. © #amartemam #spidermedi@spidermediaa

Comments