Spider Media
Spider Media
June 12, 2025 at 08:00 PM
Ga*z💔zaa feena, onnee goototaa feena, yoo wareegamnes isaan waliin Ga*z💚zaa keessatti haa sha*hiidnu> MM Ahmet ********* "Yoo balaan nageenyaa kamiyyuu jiraates an akka dhuunfaatti itti gaafatamummaa fudhadhee osoon eegumsa naaf godhamu tokkollee hin gaafatin, geejjibas osoon hin eegin miila kootiin imaluuf qophiidha, karaa gara Ga*z💔zaa ittiin adeemnu nuuf baasaa. Yoo xiqqaate ummata cunqurfamaa jiru kana bira haa qaqqabnu, achi haa geenyuu male waan marayyuu gochuu ni dandeenya, yoo wareegamnes isaan waliin haa sha*hiidnu, Ga*z💚zaa keessatti haa sha*hiidnu. Salphinni kun marti nu gaha, amma oduu bu'aa hin qabne osoo hin taane gocha qabatamaa feena, tarkaanfii feena, Ga*z💔zaa feena, onnee goototaa feena" Ministira Muummee #turkiye duraanii Ahmet Davutogluu. Maddi gabaasaa: Ram*allah © #amar_temam #spidermedi@spidermediaa

Comments