Spider Media
Spider Media
June 13, 2025 at 03:00 PM
IZra*el Iran irratti haleellaa kana mara kan raawwatte daangaa qil'eensaa Joordaan fi Sooriyaa fayyadamteeti. Sochii haleellaa kana kan hin qolanneefi rukuttee kan hin fashallessin Joordaan, diroonii gareewwan hidha*ttootaa Iraaq irraa gara shoro-rke-ssituu Izr*aelitti ergaman haleeltee kuffisuuf garuu yeroo itti hin fudhanne. Erga rukuttee kuffistee booda mootiin isii fuula miidiyaa duratti as bahanii akkana jedhan: *Daangaan Qil'eensaa keenya jiddugala wara*anaa akka ta'u hin heeyyamnu" jedhan. Daangaan qil'eensa isaanii barii har'aa diroonota sana mara simatee gara Tehraan gaggeesse hanguma kanatti towbatee gama nagaa deebihe jechuudhaa? © #amar_temam #spidermedia@spidermediaa

Comments