Spider Media
Spider Media
June 13, 2025 at 10:07 PM
#amma Lammileen Iran halkan kanaan daandiiwwan magaalaa guddoo biyyattii Tehran tti walitti yaa'uun haleellaa Izr*ael kaleessa biyyasanii irratti raawwatteef deebii kennuun haleellaa yeroo ammaa biyyisaanii Izr*ael irratti raawwataa jirtutti gammachuu qaban ibsataa jiru. Namoonni hedduun hiriira kana irratti argaman alaabaafi mallattoowwan biyyasaanii bakka bu'uun dabalataatti kan Fa*l🤍s-xiinis 🇵🇸 qabaachuun deeggarsa qabaniif agarsiisaa jiru. © #amar_temam #spidermedia@spidermediaa

Comments