
Spider Media
June 14, 2025 at 04:09 PM
🔴 #soba
Wiirtuu gabbisa niwukilaraa keenya irra miidhaan qaqqabe homaa hin jiru” Itti aanaa itti gaafatamaa fi dubbi himaa Dhaabbata Annisaa Atoomikaa Iraan (AEOI) AEOI Behrouz Kamalvandi
Iz*raa'el kaleessa haleellaa Iran irratti raawwatteen wiirtuu Annisaa Atoomikaa Iraan haleeleera jechuu isii hordofee odeeffannoon dharaa faca'aa turan kan jedhan Aanga'ichi AEOI'n nagadha, hin tuqamne jechuu isaanii tajaajilli oduu biyyattii gabaaseera.
© Amar Temam
#spidermedia