Spider Media
Spider Media
June 14, 2025 at 04:50 PM
🔴 #breaking: Hujjaajota Iraan Hujjaajota Iran 🇮🇷 Hajjii baranaa raawwachuuf gara Sa'uudii 🇸🇦 deemanii achi jiraniif kutaan tursiisa addaa qophaa'uu Ministeera Hajjiifi Umraa Sa’uudii beeksiseera. Hujjaajonni Iraan biyyisaanii yeroo ammaa Iz*rael waliin lolarra jiraachuu hordofee gara biyyattii galuun waan rakkisuuf ajajuuf bu'uura qajeelfama hoggansi Sa’uudii ol'aanoon naaf kenneen lammiileen kunneen hanga haalli kun darbee gara biyyasaaniitti nagaan galuu akka danda'an mirkanaa'uutti bakka addaa isaan turan qopheesseeraaf jedha ibsi Ministeerichaa. © #amar_temam #spidermedia@spidermediaa

Comments